Forwarded from Fenet L
2Phe. 1
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
³ Nuyi, Waaqayyo isa ulfina isaa fi humna isaa isa dinqisiisaadhaan nu waame beekuu bira ga'uudhaan wanta nu barbaachisu hundumaa arganneerra. Gooftaan humna waaqayyummaa isaatiin gara jireenyaatti nu geessuuf, namoota Waaqayyoo nu godhachuudhaaf kana hundumaa nuuf kenneera.
⁴ Kennaa kanaan isin badiisa, isa sababii kajeellaa fooniitiif biyya lafaa kana keessa jiru jalaa baatanii, dhagna hafuuraa isa kan Waaqayyoottii hirmaattuu akka taataniif abdiin gati-jabeeyyiinii fi gurguddoonni nuuf kennamaniiru.
⁵ Ammas dhama'uu hundumaan dhama'aa! Amantii qabdan gaarummaadhaan argisiisaa, gaarummaa keessaan beekumsa argisiisaa!
⁶ Itti dabaltanii immoo beekumsa keessaan of qabuu, of qabuu keessaan obsaan danda'uu, obsaan danda'uu keessaan nama Waaqayyoo ta'uu keessan argisiisaa!
⁷ Nama Waaqayyoo ta'uu keessaan obboloota jaallachuu, obboloota jaallachuu keessaan nama hundumaa jaallachuu argisiisaa!
⁸ Wanti kun hundinuu isin irraa argamanii baay'achaa yoo adeeman, gooftaa keenya Yesus Kristosin beekuutti warra dhimma baasan, warra ija godhatanis in taatu.

“Jaalala isa garaa Kristos Yesus keessaa argamuun akkan isin yaadu Waaqayyo in beeka.”
— Filp. 1÷8
Obboleettiin keessan isin jaallatti 🥰
✨✨Feenet Leencaa
— Filp. 1÷8
Obboleettiin keessan isin jaallatti 🥰
✨✨Feenet Leencaa
🥰5
Egziabher Fikir
Aster Abebe
❤6❤🔥2
#Virtual_program
THE LAST PROGRAM🙏🏻🙏🏻
Nagaan siniif haa baayyatu obboloota jaallatamoo🥰. Guyyaan borii sagantaa keenya isa dhumaati waan taheef hirmaannaan keessan isa kanaan duraa caalaatti akka bareeda tahu jaalala waaqayyootiin isin beeksisuu jaallanna. Nagaa Waaqayyootti turaa
Have a good time!
We love you!
#focushumainleaders
THE LAST PROGRAM🙏🏻🙏🏻
“Ani garuu fannoo gooftaa keenya Yesus Kristos isa ittiin biyyi lafaa ana irraa fannifame, anis biyya lafaa jalaa fannifame sanaan malee, waan biraatiin of jajuun matumaa anaaf hin ta'u.”
— Gal. 6:14
Nagaan siniif haa baayyatu obboloota jaallatamoo🥰. Guyyaan borii sagantaa keenya isa dhumaati waan taheef hirmaannaan keessan isa kanaan duraa caalaatti akka bareeda tahu jaalala waaqayyootiin isin beeksisuu jaallanna. Nagaa Waaqayyootti turaa
Have a good time!
We love you!
#focushumainleaders
❤1
GAL 6 1 18.jpg
595.8 KB
FOR BETTER QUALITY
Maatii FOCUS HU
Sorry for being late🙏🙏
Lets start🫡🫡🫡
Sorry for being late🙏🙏
Lets start🫡🫡🫡
FOCUS Hawassa University ✝ Official ️Channel pinned «Maatii FOCUS HU Sorry for being late🙏🙏 Lets start🫡🫡🫡»
Nagaan siniif haa tahu qalbiidhaan dubbisaa 🙏🙏🙏
The last bible study!!
👇👇👇👇👇
The last bible study!!
👇👇👇👇👇
1, Jireenya keenyan yeroo hundaa waqayoon ulfeessuuf yoo waamamne iyyu garu dadhabii foon keenya keessa jiru irra kan ka’e cubbuuttii kufuu dandeenya, kanaaf paulos obboleessi tokko yo kufe maal gochuu akka qabnu nutti hima , kanas nuyi warri hafuraan gaggeffamnu hafuura garraamummaatiin nama cubbuutti kufee akka kaasnu nutti hima kanaafiis,kana jechuuniis cubbu isaatti quba qabu isaatti faraduu dhaan utuu hin ta’in yaada qajeelaadhan namicha ballessuudhaaf utuu hin ta’in oolchuudhaaf dhugaa wangeelan utuubuu qabna. Gaaruumman kun garuu akka hiika bar si’anatti namichi akka barbadeetti akka jiraatuuf dhiisuu utuu hin ta’in akka dhugaa wangeelatti dhugaa hubachiisu , karaa cubbu irrra akka debi’uf gorsu, yoo barbchisees ifachu kan dabalateedha.
------------------------------
2.Waqayyo jireenya keenya qoree akka ilaallu barbaada kuniis oboloota nu waliin jiraan duuka akka waal morkanuuf miti. Kuniis hojii keenya standardii namaatiin yokin relatively ilaalu dhiisne kana wanta hundumaa wanta ijaa waqayyo duraatti gaari waan ta’e hojechuuf akka dhamaanu nu godhaa. Kuniis “ani akka isaa hin sobu , hin ejju, hin hatu” jecha of tullumaadhaan jiraachu dhiisne yeroo hundumaa garaa ajajamuu dhugatti akka guddanuuf nu gargaara.
------------------------------
3.Kuta kanatti namoonni dubbii Waaqayyoo dhaga’anii bu’aa argatan, namoota dubbii kana barsiisan waliin qooda fudhachuu isaanii dubbataa.paulos itti dabaluun, “waa gaarii hunda qooduu qaba” jedha. Jechi Giriikiin isaa “koinōneō” hiikii isaaas hirmaachuu, waliif qooduu, waliin jiraachuu jechuu dha. Kun hojii maallaqaa duwaa osoo hin taane, kadhannaa, wal tumsuu fi wal jajjabeessuu hunda of keessaa kan qabu dha.Kana jechuun hawaasni amantootaa qabeenya isaaniitiin, kadhannaa fi jaalala isaaniitiin, barsiisota isaanii jabeessuu akka qaban ibsa.nuyi amantoota har’aafis barnoota cimaa qaba. Nuyii barsiisota keenya, maallaqa qofa osoo hin taane, kadhannaa, kabajaa fi jaalalaan deeggaruu qabu.
------------------------------
4.Akka baraa sanaatti nama barrefaama barressuun ykn barreessituudhan barresiisudhaan dhuma irratti mallattoo yokaan maqa irratti barressuun erga wali eerguun wanta baratam turee .paulos wanti inni isaaniif erguu hammaam akka dhimma gudda ta’e hubachisuuf kana jedha. paulos ergaa galatiya kana kessaatti barbaade fayyiinni karaa kiristoos iyesus duwa akka ta’e barsiisa namoonni kun garuu hojii yesuus kiristos hojjeeete irraatti gara seera dhaqna qabaatti waan debi’aniif ,Warra seera yihuudootatti amantootaa galchuu barbaadan dura dhaabbachuu fi barsiisi isaani gonkumaa fudhatama hin akka qabne akeekachisa. Kanaafuu, yeroo xumuraa, akka isaan hin daganneef, “qubee guddaa” harka kootin barresse ittin jedha.
------------------------------
5.Baraa durii namootni garboota isaani garboota kan biraa wajjin gargar baasuuf maqaa isaani sibilaa ibiddaa kessaatti dimeessani duugda isaani irra ka’u turaan. Paulosis reebamu, hidhamuu fi dhiphina hundaa qaama isaa irratti ta’e akka mallattoo goftaa isaatti lakka’a. Kun mallattoo salphinaa osoo hin taane mallattoo ulfinaa fi amanamummaa Kristoos wajjin walitti hidhachuu isaati. namni Kristositti amane hundi, karaa gara garaa “mallattoo Yesuus” of irratti qabaachuu qaba. Biyyi lafa kun waqayoon waan hin beeknef nuyi jalaala waqayo hojechuuf yeroo dhamaanuutti biyyi lafa yeroo hunduma goddanisaa kan kiristos ta’u keenya ibsu nurra ka’a.nus kanaatti hin gammanna.ameen

🔥3
John 09
Faith Comes By Hearing - FCBH
Bible reading
Yohannis boqonnaa 9
“Waaqayyo warra cubbamootaaf akka hin dhageenye in beekna; nama isa sodaatuuf jaalala isaas isa raawwatuuf garuu in dhaga'a.”
— Yoh. 9:31
Yohannis boqonnaa 9
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Waiting for this 😍😍😍
FOCUS Hawassa University ✝ Official ️Channel pinned «https://youtu.be/EWyA0ZPdvQI?si=pn12PC_Ra8HgCtFa»