This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
📹 Watch: IDF bombs Al-Baz family home in central Gaza
Earlier this evening, Israeli strikes destroyed the Al-Baz family house on Old Court Street in the Nuseirat camp. The horrifying video of the aftermath is going viral on social media.
https://www.group-telegram.com/ismaelabduro.com

🤯1
Ismael Abduro | እስማዒል አብዱሮ
Photo
Way Dafinoo fi facaasaa..
Gaaf tokko osoo ijoollee Wallaggaa waliin adeemu, Dafinoo fi facaasaan guyyaa akka ta'e natti himanii ajab na jechisiisan #anis #ajaa'ibamee guyyaa kamii fi kami jedheen isaanis Wiixataa fi Kibxata naan jedhan, Hojja duree fi lammaffo jechuudhaa jedheenii itti seeqadhe😃 isaanis maali hojja dureen? Lammaffo hoo maali naan jedhan Dafinoo fi facaasaadha jedheen😃
Ergasii turtii xiqqoo booda adda baane, ani jechi kun na ajaa'ibus na fayyada ykn na miidha jedhee waan hin yaadiniif guyyoota kamtu Kam akka ta'e addaan osoo hin baasin dhiise, ergasii guyyaan deemee as gahe, torbii kana haajaa cimaa tokkoof namni wahii Dafinoo irratti akka argamtu naan jedhe, sammuun tiyya daftee gaafii of gaafachuu eegalte, maali dafinoon?🙄 waan nyaatanii moo dhugan? Maal daffaanammoo? Jedhee sakandii xiqqoo keessatti waan dhibbaa ol yaade, ergasii battaluma sanitti waan waggoota hedduu dura hiriyoota koo wallaggaa waliin haasaye San yaadadhee guyyaa ta'uun naaf dhufe, ergasii anis akkuma nama beekuu kibxata jechuu keetii jedheen, Innis ee naan jedhe🙄🙄🙄... hayyee jedhee beellama qabadhee bahe, Sana booda irra deddeebi'ee waan ijoollee San waliin haasawe yaadachuu eegale, tokko dafinoo tokko hoo? Ahaa inni Facaasaadha, ofiin jedhe, yeroma kanatti facaasaan yoomi, Facaasaan wiixata jechuudhaa? Ofiin jedhe...🙄 osoo facaasaan wiixata ta'ee ijoolleen maaliif dursa Dafinoo yaaman gaaf San wanti jedhu gaafii natti ta'uu eegale, #dafinoo fi #facaasaa...namichi waliig beellamne hoo maaliif kibxataa Jennaan ee naan jedhe? Wanti jedhu na jeequu eegale. Ergasii galgala irratti akkuma taphaatti hiriyaa koo tokko kan Arsii irraa dhufeen Dafinoon yoomi sila beektaa jedheen? Innis shakkaa wiixata natti fakkaata naan jedhe? An amma wanti dursa sammuu keessa dur jiru sun walitti na harkaa bu'uun dhuguma siin jedhaa bar anas #wiixata natti fakkaatee, namaan beellama qabannee jedheen...ergasii Innis dhugaan hin beeku garuu wiixata #natti fakkaata jennaan FB irratti maxxansuuf dirqame, ergasii deebii argadhee, Dafinoon #wiixata ta'uu erga hubadhee booda sa'aatii beellamaa irratti argamee dhuga'oomsuuf taa'ee eege, ergasii sa'aatiin geennaan namichi ni dhufe, ani garuu hin rifadhe, osoo ofis ta'ee nama gaafachuu baadhee silaa kibxata aduun na fixxee dhabde😆😁 ##
Galatoomaa asumaan warri n#a q#arq#artan
Yer#oo biraatifis ni dhufa.

👍3❤1
Alhamdulilah! Starting my first role.
New journey, new lessons, endless gratitude. 🌙💫
https://www.group-telegram.com/ismaelabduro.com
New journey, new lessons, endless gratitude. 🌙💫
https://www.group-telegram.com/ismaelabduro.com
❤5👏1
In this week’s episode of Diplomatic Analysis, we uncover the hidden dimensions behind Egypt and Eritrea’s growing relationship following their high-level meetings in Cairo. 🇪🇬 🇪🇷Why is Egypt strengthening ties with Eritrea now?
https://youtu.be/kCTHQ2wOP9U?si=ZdrlDh4SiIMLykeM

YouTube
Why Egypt Supports Eritrea Against Ethiopia?| ለምን ግብፅ ኢትዮጵያን በመቃረን ኤረትራን ትደግፋለች?
In this week’s episode of Diplomatic Analysis, we uncover the hidden dimensions behind Egypt and Eritrea’s growing relationship following their high-level meetings in Cairo. 🇪🇬🇪🇷
Why is Egypt strengthening ties with Eritrea now? 🤔
What are the geopolitical…

The First Muslim Mayor of New York!
Congratulations to Zohran Mamdani on becoming the Mayor of New York! He is the grandson of Professor Mahmood Mamdani, a prominent African scholar in African politics. Congratulations once again!
https://www.group-telegram.com/ismaelabduro.com
Congratulations to Zohran Mamdani on becoming the Mayor of New York! He is the grandson of Professor Mahmood Mamdani, a prominent African scholar in African politics. Congratulations once again!
https://www.group-telegram.com/ismaelabduro.com
❤6👏1
Alhamdulilah 🤲
baasaa isaatiin baase. Warri tumsitanis galatoomaa!
https://www.group-telegram.com/ismaelabduro.com
baasaa isaatiin baase. Warri tumsitanis galatoomaa!
https://www.group-telegram.com/ismaelabduro.com
Jiruun tun gammachuu fi Gaddaan kan guutamteedha. Obsi furmaata waan hundaati.
https://www.group-telegram.com/ismaelabduro.com
https://www.group-telegram.com/ismaelabduro.com
👍2
Jama'aa Muslimaa Torban Dachii Damee Asallaa Marii Idilee Isaa Gaggeesse.
Onkololeessa 30/2018
JTD Damee Asallaa marii idilee isaa gaggeesseen murteewwan adda addaa dabarsuun muudama haaraya hoggantoota hedduuf keennuun walgahii isaa xumuree jira.
wol gahii idilee harr'a taasiseen dhimmoota jama'ichaan wal qabatan heddu irratti marii gaggeessuun haalota yeroo ammaa jama'ichi irra jiru irratti marii bal'aa fi hunda galeessa gaggeessuun akkasumas fuldureen jama'ichaa maal akka ta'uu qabu kaasuun ajandaa heddu irratti mari'atamuun murteen heddu darbeera. Itti dabaluun jama'ichi kan dhaabbate dhaabbata cimaa rakkoo hawaasa muslimaa gama kamuu qoratee furuuf hojjatuuf kaayyefatee lafaa ka'eedha kanumaan rakkoo kamuu gama jama'aa dhufu hunda ijannoon qolatee gara fuul duraa deemuuf yeroo kamuu caalaa onnatee ka'uu akka qabu kallattiin kaa'amera.
Akkasumas miseensota haaraa gara jama'ichaa dhufaniif simannaan taasifamuun gara miseensaa guutuun jama'ichaatti dabalamaniiru.
Xumurarratti jama'ichi koree Hoji Raawwachiiftuu Haaraa JTD Damee Asallaa gaggeessu jedhaman hedduudhaaf muudama laateera.
Hoggantoonni Haarawa muudaman
1. Darggaggoo Tamam Huseen I/Aanaa Amiiraa JTD Damee Asallaa
2. Dargaggoo Abdurahman Ahimad I/G Dinagaddee fi Finance JTD Asallaa
3. Dargaggoo Abdallah She.Kadir Sab-qunnamtii (Odeeffannoo) JTD Asallaa
4. Ustaz Nuraddiin Muhammad I/G Da'awaa JTD Damee Asallaa
5. Darggaggoo Abdulhakiim Muhammad I/G Ijaarsa fi Barnootaa JTD Damee Asallaa irratti taasisuun muudamnii jiru.
Bara Hojii Gaarii Isiniif Haa Ta’u !!!!!!
Jama'aa Muslimaa Torban Dachii Misooma Fi Barnootaa Irratti Kan hojjatu.!!!!!

https://www.group-telegram.com/IbnuHashm/6282
ሊንኩን ጭነን ኮድ 005 ላይክ በማድረግ እህታችንን እንተባበር
#Official
Ifaan ifatti hojiin jalqabeera!
Gaazexaa Bariisaa irra jirra barii kanaan
Bunaaf nagaan dhabinaa
Amma maaltu hafa jettan?😄
#EthiopianPressAgency/#Bariisaa

❤1