Telegram Group & Telegram Channel
“Godina Gujii aanaa Sabbaa Boruutti 'haadha beelli ajjeesee bule, daa’imni ganama reeffa harma hodhaa turte' argamuun dhagahame.

BBCn akka gabaasetti beelli waan hammaataa uummata irraan gahaa jira.

Aadde Dukkoo Xona’aa beelli ajjeesee ganama haadha duute daa'imni otoo harma ootuu argamte.

Seenaan abbaa ijoollee torbaa obbo Kuressaa Xannaas seenaa hedduu nama gadiisiisu aanaa Sabbaa Boruutti mudate isa birooti.

‘Ijoollee kiyya yeroo beelli ajjeesu ija kootiin ilaaluurra du’uu naaf wayya’ jechuun lubbuu isaanii balleessan.

Jiraattonni hanga ammaa namoonni 20n beelan du'an wayita jedhan, waajjirri Buusaa Gonofaa aanaa Sabbaa Boruu namni 12 beelaan du'uu quban qaba jedhe.” Oromia Media Network

group-telegram.com/BontuBekele/1695
Create:
Last Update:

BY Boontuu Baqqalaa

Share with your friend now:
group-telegram.com/BontuBekele/1695

View MORE
Open in Telegram

Telegram | DID YOU KNOW?

Date: |

Apparently upbeat developments in Russia's discussions with Ukraine helped at least temporarily send investors back into risk assets. Russian President Vladimir Putin said during a meeting with his Belarusian counterpart Alexander Lukashenko that there were "certain positive developments" occurring in the talks with Ukraine, according to a transcript of their meeting. Putin added that discussions were happening "almost on a daily basis." "The inflation fire was already hot and now with war-driven inflation added to the mix, it will grow even hotter, setting off a scramble by the world’s central banks to pull back their stimulus earlier than expected," Chris Rupkey, chief economist at FWDBONDS, wrote in an email. "A spike in inflation rates has preceded economic recessions historically and this time prices have soared to levels that once again pose a threat to growth." Given the pro-privacy stance of the platform, it’s taken as a given that it’ll be used for a number of reasons, not all of them good. And Telegram has been attached to a fair few scandals related to terrorism, sexual exploitation and crime. Back in 2015, Vox described Telegram as “ISIS’ app of choice,” saying that the platform’s real use is the ability to use channels to distribute material to large groups at once. Telegram has acted to remove public channels affiliated with terrorism, but Pavel Durov reiterated that he had no business snooping on private conversations. The gold standard of encryption, known as end-to-end encryption, where only the sender and person who receives the message are able to see it, is available on Telegram only when the Secret Chat function is enabled. Voice and video calls are also completely encrypted. Meanwhile, a completely redesigned attachment menu appears when sending multiple photos or vides. Users can tap "X selected" (X being the number of items) at the top of the panel to preview how the album will look in the chat when it's sent, as well as rearrange or remove selected media.
from fr

Telegram Boontuu Baqqalaa
FROM American