Telegram Group & Telegram Channel
“Godina Gujii aanaa Sabbaa Boruutti 'haadha beelli ajjeesee bule, daa’imni ganama reeffa harma hodhaa turte' argamuun dhagahame.

BBCn akka gabaasetti beelli waan hammaataa uummata irraan gahaa jira.

Aadde Dukkoo Xona’aa beelli ajjeesee ganama haadha duute daa'imni otoo harma ootuu argamte.

Seenaan abbaa ijoollee torbaa obbo Kuressaa Xannaas seenaa hedduu nama gadiisiisu aanaa Sabbaa Boruutti mudate isa birooti.

‘Ijoollee kiyya yeroo beelli ajjeesu ija kootiin ilaaluurra du’uu naaf wayya’ jechuun lubbuu isaanii balleessan.

Jiraattonni hanga ammaa namoonni 20n beelan du'an wayita jedhan, waajjirri Buusaa Gonofaa aanaa Sabbaa Boruu namni 12 beelaan du'uu quban qaba jedhe.” Oromia Media Network

group-telegram.com/BontuBekele/1695
Create:
Last Update:

BY Boontuu Baqqalaa

Share with your friend now:
group-telegram.com/BontuBekele/1695

View MORE
Open in Telegram

Telegram | DID YOU KNOW?

Date: |

Perpetrators of these scams will create a public group on Telegram to promote these investment packages that are usually accompanied by fake testimonies and sometimes advertised as being Shariah-compliant. Interested investors will be asked to directly message the representatives to begin investing in the various investment packages offered. The perpetrators use various names to carry out the investment scams. They may also impersonate or clone licensed capital market intermediaries by using the names, logos, credentials, websites and other details of the legitimate entities to promote the illegal schemes. The Dow Jones Industrial Average fell 230 points, or 0.7%. Meanwhile, the S&P 500 and the Nasdaq Composite dropped 1.3% and 2.2%, respectively. All three indexes began the day with gains before selling off. "Your messages about the movement of the enemy through the official chatbot … bring new trophies every day," the government agency tweeted. This ability to mix the public and the private, as well as the ability to use bots to engage with users has proved to be problematic. In early 2021, a database selling phone numbers pulled from Facebook was selling numbers for $20 per lookup. Similarly, security researchers found a network of deepfake bots on the platform that were generating images of people submitted by users to create non-consensual imagery, some of which involved children.
from nl

Telegram Boontuu Baqqalaa
FROM American